Dhaloota kaayyoo Waaqayyo isaan uumeef beekanii itti jiraataanii fi mootummaa Isaa babal’isuu keessatti onnatanii hojjetan guddisuu fi kaasuu irratii xiyyeeffata.

Daa’imman sagalee Waaqayyoo gadi fageenyaan ni baratu, akkasumas dandeetti Waaaqayyo uumamaan isaan keessatti boce hojjii irra oolchanii biyya lafaa tiif ibsaa akka ta’an tumsa tajaajila hafuuraa ni argatu.

Mucaan Kaayyoo tajaajila farfaannaa, sagalee Waaqayyoo irraa madde, shubbisa fi ragada aadaatiin faayame, kan da’imman biyyoota garaa garaatti faca’anii jiratan hawwate karaa suur sagaleetiin qideessanii itin tajaajilu.