Waldaan Keenya Waldaan Amantoota Wangeelaa Biiftuu Boolee Makaana Yesuus ayyaana hundeeffama ishee waggaa 25ffaa ayyaaneffachuun fi galma waaqeffannaa keenya isa haaraas Waaqayyo nu gargaaree eebbisiisuun guyyaa har’aa (Amajji 12, 2025) keessatti waaqeffachuu eegalleerra.
Waaqayyo isa nu gargaare guddaa galateeffachaa, amantoota Waldaa Keenyaa fi keessumtoota keenya hunda Waaqayyo isin haa eebbisu jechuu jaallanna.
Namoota hojii kana keessatti kennaa Waaqayyo isiniif kenneen tajaajiltan hundas, Waaqayyo baay’isee isin haa eebbisu.
Leave a Reply