
Nagaan Waaqayyoo isiniif haa ta’u! Baga nagaan gara marsariitii waldaa keenyaa dhuftan. Waldaan keenya iddoo itti Waaqayyo waaqeffamu, amantoonni amantiitti jabaatanii fi labsii ifa wangeelaa irratti hirmaatani dha. Waa’ee waldaa keenyaa hubachuudhaaf ittuma fufaa marsariitii kana dubbisaa.