Luba Tamasgeen Giimee
Profiles

Luba Tamasgeen Giimee

Nagaan Waaqayyoo isiniif haat’u!

Baga nagaan gara marsariitii waldaa keenyaa dhuftan. Waldaan keenya iddoo itti Waaqayyo waaqeffamu, amantoonni amantiitti jabaatanii fi labsii ifa wangeelaa irratti hirmaatani dha. Waa’ee waldaa keenyaa hubachuudhaaf ittuma fufaa marsariitii kana dubbisaa.

Gara waldaa keenyaa kottaa waliin Waaqayyoon haa waaqeffannu !

Luba. Melkamu Belay
Profiles

Luba. Melkamu Belay

Nagaan Waaqayyoo isiniif haat’u! Baga nagaan gara marsariitii waldaa keenyaa dhuftan. Waldaan keenya iddoo itti Waaqayyo waaqeffamu, amantoonni amantiitti jabaatanii fi labsii ifa wangeelaa irratti hirmaatani dha. Waa’ee waldaa keenyaa hubachuudhaaf ittuma fufaa marsariitii kana dubbisaa. Gara waldaa keenyaa kottaa waliin Waaqayyoon haa waaqeffannu !