Nagaan Waaqayyoo isiniif ha baay’atu! 
Post

Nagaan Waaqayyoo isiniif ha baay’atu! 

Akkuma karaa miidiyaalee hawaasaa fi kanneen biroo irratti beeksifamaa jiru, dhaabbatni Billy Graham Evangelistic Association guyyoota lamaaf, Bitootessa  8 fi 9 waaree booda, dhangaa hafuuraa guddaa as magaalaa Finfinnee, addabaabayii Masqalaatti qopheessee jira. Kaanaaf, amantootni hundinuu, guyyaa sagantaan kun geggeeffamu sagaticha irratti argamtanii waliin Waaqayyoon akka waaqeffannu, galateeffannuu fi kadhannu, jaalala Waaqayyootiin isin jajjabeessina.  W...