Nagaan Waaqayyoo isiniif ha baay’atu! 
Post

Nagaan Waaqayyoo isiniif ha baay’atu! 

Akkuma karaa miidiyaalee hawaasaa fi kanneen biroo irratti beeksifamaa jiru, dhaabbatni Billy Graham Evangelistic Association guyyoota lamaaf, Bitootessa  8 fi 9 waaree booda, dhangaa hafuuraa guddaa as magaalaa Finfinnee, addabaabayii Masqalaatti qopheessee jira. Kaanaaf, amantootni hundinuu, guyyaa sagantaan kun geggeeffamu sagaticha irratti argamtanii waliin Waaqayyoon akka waaqeffannu, galateeffannuu fi kadhannu, jaalala Waaqayyootiin isin jajjabeessina.  W...

Baga Gammadne!
Post

Baga Gammadne!

Waldaan Keenya Waldaan Amantoota Wangeelaa Biiftuu Boolee Makaana Yesuus ayyaana hundeeffama ishee waggaa 25ffaa ayyaaneffachuun fi galma waaqeffannaa keenya isa haaraas Waaqayyo nu gargaaree eebbisiisuun guyyaa har’aa (Amajji 12, 2025) keessatti waaqeffachuu eegalleerra. Waaqayyo isa nu gargaare guddaa galateeffachaa, amantoota Waldaa Keenyaa fi keessumtoota keenya hunda Waaqayyo isin haa eebbisu jechuu jaallanna. Namoota hojii kana...