TAJAAJILA KADHANNAA
Project

TAJAAJILA KADHANNAA

Biiftuun Boolee gurmuulee kadhannaa waldaa keessattii qindeessuudhaan hojjetti. Dabalatees amantootni waldattii kadhannaatti akka jabaatanii fi akka dammaqan bifa garaa garaatiin tajaajila kana irraa akka hirmaatan, akkasumas itti hirmaatan ni taasifti. Kanneen akka kadhanna wal irraa hin cinne kan sa’atii 24 fi kadhanna magaalaa keessa adeemuun taasifamu irratti amantootni ni hirmaatu. Warra dhukkubsataniif, guddina hafuuraa amantootaatiif,...

TAJAAJILA MISIYOONUMMAA
Project

TAJAAJILA MISIYOONUMMAA

Egaa dhaqaa, maqaa Abbaatiif Ilmaatti, kan Hafuura Qulqulluuttis isaan cuuphuudhaan, saba hundumaa bartoota koo godhaa. Waanan isin abboome hundumaa eeguu isaan barsiisaa! Kunoo ani immoo hamma dhuma baraatti guyyaa hundumaa isinii wajjinan jira” isaaniin jedhe.